BBC News Afaan Oromoo
🏉BBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu.
⛔sababaadhuma isaan telegrama chanala hin qabnefin hundeesse.
🚰Yaada @admiinii_bot
🌐https://www.bbc.com/afaanoromoo
⚡https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo
Recent Posts
Sooriyaa:Abu Mohaammad al-Jawlaniin erga Bashar Al-Assad aangoo irraa kaafamee deeggartootaf haasawa taasisan eenyu? : BBC News Afaan Oromoo
Aangoo abbaa isaanirraa dhaalaniin waggoota dheeraaf Pirezidantii Sooriyaa ta'uun kan bulchaa turan Bashaar al-Asaad erga finciltootaan aangoo irraa kaafamanii eessa jiru kan jedhu gaaffii ture. : BBC News Afaan Oromoo
Finciltoonni Sooriyaa magaalota Sooriyaa to'ataa turan magaalaa guddoo biyyattii Damaasqoos to'achuu ibsaniiru. : BBC News Afaan Oromoo
Finciltoonni Sooriyaa magaalaa Damaasqoo to'achuu himan Tamsaasa kallattii eegalleerra. Dhihaadhaa! : @bbcAfaanOromoo
UK tti bara 2023 keessa maqaan jaalatamaa maatiin hedduun ijoollee isaaniif moggaasan Muhaammad ta'e. : BBC News Afaan Oromoo
Garee hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo tibbana mootummaa wajjin waliigaluun araara buusan ilaalchisee jiraattonni yaadasaanii BBCf qoodaniiru. : BBC News Afaan Oromoo
Haleellaan kun garee hidhattoota Islaamaa ofiin jedhu- Hayat Tahrir al-Sham (HTS) jedhamuun raawwatame. Gartuun kuni garuu eenyu? : BBC News Afaan Oromoo
Qondaala Ministeera Nageenyaa Itoophiyaa kan turan Obbo Taayyee Danda'aa har'a waaree booda mana hidhaatii gadhiifamuun manatti galuu haati warraa isaanii aadde Sintaayyoo BBCtti himan. : BBC News Afaan Oromoo
Hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo bakkeewwan giddugaleessa Naannoo Oromiyaa gara garaatii meeshaa isaanii waliin bosonaatii galaa jiru. : BBC News Afaan Oromoo
Angawaan duraanii mootummaa federaalaa Obbo Taayyee Danda’aa guyyaa har’aa mana hidhaa Qaallittiidhaa yeroo bahuuf jedhan balbalatti poolisoota federaalaan fuudhaman jedhan maatiin. : BBC News Afaan Oromoo
Hidhattooti Waraana Bilisummaa Oromoo bakkeewwan giddugaleessa Naannoo Oromiyaa gara garaatii meeshaa isaanii waliin bosonaatii galuun gabaafame. : BBC News Afaan Oromoo
Walga'ii Mana Maree Nageenyaa UN irratti Raashiyaa fi Ameerikaan lola Siiriyaa keessatti hammaateef wal himatan. : BBC News Afaan Oromoo
Pirezidantiin Kooriyaa Kibbaa tasa biyyi waraanaan akka bultuu labsuu booda muudama dhalateen murtee isaanii jijjiiran. : BBC News Afaan Oromoo
Haleellaa hidhattoonni Faannoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu keessatti ALI Wiixata Sadaasa 23, 2017 raawwataniin lammiileen nagaa shan ajjeefamuu jiraattonni fi angawaan aanichaa himan. : BBC News Afaan Oromoo
Daandiiwwan qilleensaa addunyaa filatamoo ta'an10 kam fa'i?
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58868379?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58868379?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
‘Loltoonni Itoophiyaa karaa hunda nu haleelaa jiru’- TPLF
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58873647?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58873647?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
Naannoon Uummatootta Kibba Lixa Itoophiyaa akka hundaa'uf sagaleen caalmaan sassaabame
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58832765?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58832765?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
'Taayiwaan Chaayinaaf hinjilbeeffattu'- Pireezidantii Taayiwaan
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58860886?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58860886?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
Ameerikaa erga Afgaanii baate yeroo jalqabaatiif mariifTaalibaan waliin teesse
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58860888?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58860888?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
Itoophiyaatti namoota sababa COVID'n du'an kuma jaha ta'an keessaa kan talaalame tokko qofa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58861865?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58861865?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA