Oduu Oromoo

Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul’isa:

#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN

View in Telegram

Recent Posts

Shamarree Fayyisee Obsaa Lixa Oromiyaatti dhalattee guddatte. Finfinnee kan dhufte carraa hojii argattee jiruu ofii fi maatishee fooyyessuuf ture. Haa ta’u malee, maallaqas harmee ishees dhabuu himti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9RyGIqd
Ministirri Mummee yeroo haaraan Sooriyaa, Mohaammad al-Baashir, gaafa Mudde 10 walgahii isaanii jalqabaa Damaasqoo keessatti dursanii turan. Guyyaa sanattis alaabaa gosa lama wal bira dhaabuunsaanii ijoo dubbii ta'e.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ET4R5lM
Silashiin yeroo qabxiin Itoophiyaa keessumaa waltajjii Olompikiirratti xiqqaachuun mufii kaase kanatti itti gaafatamatti dhufe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yulzYxq
Namni siyaasaa Obbo Jawaar Mohaammad mootummaan amma Itoophiyaa bulchaa jiruu 'abbaa irreedha', akkasumas walitti bu'iinsa adeemaa jiru mariin furuu hin barbaadu jechuun himate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O4hPcCd
Silashiin yeroo qabxiin Itoophiyaa keessumaa waltajjii Olompikiirratti xiqqaachuun mufii kaase kanatti itti gaafatamatti dhufe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yulzYxq
Pirezidantiin Faransaay Imaanu'el Maakroon Itoophiyaa karaa mariin ulaa galaanaa argachuuf carraaqqii taasistu akka deeggaran dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x0nXFDt
Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa Galaana Diimaa gubbaarratti rukutamuu isaa waraanni Ameerikaa beeksiseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gYVswhk
Leenjiin 'haaroomsaa' hidhattoota duraaniif kennamu Tigraayitti eegalame. Amma ammoo Naannoo Affaar keessatti itti fufeera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2sZWyPe
Phaaphaasiin mana amantaa Kaatolikii, Poop Firaansis kitaaba seenaa jireenyaa isaanii baasuuf jiran keessatti, imala gara Iraaqitti taasisan irratti yaalii ajjeechaa karoorfame odeeffannoo basaasa Biriteen irraa argameen fashalaa'uu eerera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Rxq3tiG
Kaansariin daa'immannii kaansarii gaheessootaa caalaa carraa fayyuu olaanaa qabaatulleen, wallaansisaa akka hin milkoofneef danqaaleen garaagaraa jiraachuu dubbatu oggeessi fayyaa fi maatiin. Danqaaleen kunneen maali fa'i?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Kqtb4og
Abbaa warraa fi haati warraa maqaa daa'ima argataniif baasan irratti wal mormuun waanuma mudatu. Dhimmi kun hammaatee firaaf ollaa biraa darbee gaa'ilaa diiguuf sababa ta'ee mana murtii yeroo gahu arguun garuu waan baratame miti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wNdpSEx
Obboleessa isaa taphataa kubbaa miilaa Faransaay Pool Poogbaa fi maatii isaa irratti dhiibbaa uumuun kan himatame Matiyaas Pogba hidhaa wagaa 3n adabame

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/np8AwaX
Ameerikaan dippilomaatota olaanoon ishee erga bakka bu'oota Hayat Tahrir al-Sham (HTS) waliin marii taasisanii booda badhaasa doolaara miiliyoona 10 hogganaa Siiriyaa Ahmed Al-Sharaa qabuuf kana dura baastee turte haqxe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ixwZqtJ
Mikeel Arteettaa leenjisaa Arsenaal ta'ee erga hojii eegalee Jimaata darbe waggaa shan guute. Jalqaba hojii kana yeroo eegalu ''sodaadheen ture'' kan jedhu gaheessi ganna 42, leenjisummaan, Arsenaal kilabasaa jalqabaati.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/usMGCx6
Baha Jarman, magaalaa Magdeburgi keessatti gabaa ayyaana Gannaa(Christmas) irratti konkolaataan namoota hedduu walitti qabame keessa bahuun daa'ima dabalatee namoonni lama du'uu fi hedduun miidhamuu qondaaltonni himaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/G9ko5qw
Abbootiin taayitaa immigireeshinii Ameerikaa waggaa darbe kana godaantota ragaa hin qabne hedduu biyya irraa dhufanitti deebisuun reekardii bara bulchiinsaa Doonaald Tiraamp ture cabsan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YQIgfrb
Ministeerri barnootaa Itoophiyaa dhimmaa gulantaa Piroofeesarummaa guutuu kennuu dhorkuu ilaalchisee xalayaa akeekkachiisaa yeroo lama barreessillee dhimmicha hordofee barsiisota biraa komiin ka'aa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zEBDMxt
Kiyyeessitoonni qurxumii lama maallaqa guddaa argachuuf jecha maaliif akka gara saamtoota galaanaarratti akka jijjiraman BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SvaFwXi
Fayyadamtoonni miidiyaa hawaasummaa dhimma kanarratti wal falmaa turan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mFxV3cP
Pirimeer Liigii Ingilizii torban kanaan liigicha dursaa jiru kan Liivarpuul gara Landan imalee Totanihaam morkata.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TIZ0g3R
See more posts

View in Telegram