𝐎𝐑𝐎 𝐌𝐀𝐍𝐂𝐇𝐄𝐒𝐓𝐄𝐑 𝐂𝐈𝐓𝐘™

╔╦╦═╦╔╦═╦═╦═╦═╦═╦═╗
║BAGA NAGAAN DHUFTAAN   
╚══╩═╩═╩╩╩╩═╩–╩═╩═╝
Welcome to Oro Manchester City fan’s official Telegram channel

✅ Waa’ee Mancity fi taphattoota kilabicha
✅ Tapha Mancity kallattiin

👉Yaadaf @Namakayyo
Group @Lammiwaan

View in Telegram

Recent Posts

Guyyaa Tapha: har'a
🧭Sa'aati 2:45 🇪🇹
🏆FA cup
🏟️ Etihad
Manchester city vs Salford
Injifannoo kilabii keenya guddicha Manchester city f

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Har'a taphataan keenya duraanii Leroy Sane umriin isaa waggaa 29.


Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Akkam bultan 🌄 maatii Manchester City bakka nagaa oolaa 🙌
Akkuma kana dura odeeffannoo kilaba keessan Manchester City isin biraan gahaa turre arras odeeffannoo jijjiirraa dabalatee waan jiru hunda isin biraan gahuuf nutis isin faana jirra 🔥

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Abdukodir Khusanov gara kilabaa man city tti makamuun isaa mirkana'eeraa ~Baga gammaaddan Deeggartooni Cityzens~👀💙👏🏽


Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Erling Haaland Waggoota shaniif walitti aansuun taphataa cimaa waggaa jedhamuun badhaafameera!

Urjiin Noorweey fi manchester city Erling Haaland waggoota shaniif walitti aansuun waldaa kubbaa miilaa Noorweey'ttin taphataa cimaa waggaa ta'uun filatame!!

🗣 ''Badhaasa kana injifachuun anaaf waan guddaadha. Waggoota shan walitti aansuun injifachuu kootti nan boona,'' jechuun Erling Haaland badhaasa kana booda dubbateera.

Hanga Haaland naannoo jirutti namni badhaasa kanatti dhihaatu hin jiru, taphataa sarara fuulduraa yeroo hundaa 🩵👌


ⓈⒽⒶⓇⒺ@OROMANChESTERCITY
ⓈⒽⒶⓇⒺ@OROMANCHESTERCITY
Maatiin Oro Manchester city lafa nagaa Bulaa hanga ganama odeeffannoo haaraan walitti deebinutti

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
🎖 𝙷𝙴𝚁𝙴 𝚆𝙴 𝙶𝙾!!!

Abdukodir Khasunov gara Maanchistar Siitiitti.Kontiraata waggaa 5 kan mallatteessu yoo ta'u,Khasunov hanga bara 2030tti Siitii keessa akka turu taasisa.

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Tilmaama sarara tapha boruu


Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Ergamtoonni Kuusaanoov qabxiilee gaarii kontiraata kanaa irratti mari'achuuf Maanchistar keessa jiru.

Meedikaal guyyoota lamaan dhufan keessatti kan gaggeeffamu yoo ta'u Kusanov kallattiin garee jalqabaa Man City keessa seena!!
Man City fi Lens jijjiirraa Kusanov irratti waliigaltee irra ga'aniiru!!

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
👀🤝Omar Marmoush kontiraata yeroo dheeraa irratti manchester city waliin waliigaltee guutuu irraa ga'eera .

Haalawwan dhuunfaa irrattis akka gaariitti waliigalameera ,akkuma ifa ta'etti .👀🤝

Mariin kilaboota lamaan gidduu jiru yeroo dhiyootti xumuramuuf jira

Taphataan kun hatattamaan jijjiirraa akka barbaadu Eintracht Frankfurt beeksiseera.

Istaatistiksii Bundesliigaa bara kana hanga ammaatti agarsiise:

👕 Taphoota 15
⚽️ Goolii 13
🅰️ 7 Mijeessee kenneera

Kilabiin Jarmanii kun naannoo Yuuroo Miliyoona 80 kan gaafatu yoo ta’u, dhuma torbee kanaatti dhiyeessii jalqabaa manchester city eega.

Mucaan Kun utuu dhufee nu fayyadaa?

Eeyyee 👍
Lakki 😄

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Maanchister Siitiin ifaan Palmeraas irraa Vitoor Rees fudhachuuf gaafii dhiyeessanii jiru.

Rees dhimma dhuunfaan Maan Siitii waliin waliigalteerra gaheera. Kilaboonni lamaan taphatichi ergisaan hanga dhuma bara kanaatti achuma akka turu marii taasisaa jiru.

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Ethiopia 🇪🇹 keessa teessee free internet fayyadamaa hin jirtu taanaan qaaniidha marree ammuma join gochuun akkaataa isaa baruu dandeessa 👇
Yaa rabbii nu basiii

Balaan Suuraa irrattii Argitan Kuni biyya keenya kessatti samii irraa ibbiiddii robaa jiraa Odeffannoo Dabalataaf fi Video Ilaaluuf Bakka VIDEO jedhu Tuqaa 👇
Yesterday winner team in training

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
BOBB Deebi'u isaa warrii isinitti tole Mee👍❤️🔥🥰 itti roobsaa
Suuraa Shaakala garee keenyaa guyyaa kaleessaa irraa argame 🔥

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
Suuraa Shaakala garee keenyaa guyyaa kaleessaa irraa argame 🔥

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity
See more posts

View in Telegram